Philippians 1:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalala Yesuus Kiristoosiitiin attam akka ani isin maraa dharra'u Waaqi hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini, Jaalalti anini garaa kiyya keesa qabu garaa Kristo Yeso keesaa d'ufte jed'e, Waaqileeni naa d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo ani, jaalaltii anin garaa kiyya keessa qabu garaa Kiristoo Yesus keessaa dhufte jedhe, Waaqiilleen naa dhugaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala Yesuus Kiristoosiitiin isin maraa attam akka yaade Rabbi naa raga'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalala Kiristoos Yesuusiitiin isin maraa attam akka yaade Rabbi naa raga'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala Yesus Kristositiin mara keessanuu hagam akka isin yaadu, Waaqinni ragaa kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala Yesuus Kiristoosiitiin attam akka ani isin maraa dharra'u Waaqi hin beeka.