Philippians 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf worri ol-gubbaa jiru, worri lafa irra jiruu fi worri lafa jala jirulle martinuu, ulfinna maqaa Yesuusiitiif hin jilbiiffatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka, maro ulfinna maqa Yesotiifi, wonti gubba jiratiifi ka lafa jiratifi ka lafa jala jira ch'ufti jilbifate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka marroo ulfinna maqaa Yesusiitiif, waan gubbaa jiraatii, ka lafa jiraatii fi ka lafa jala jiraa cuftii jilbiiffattee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee worra ardi'ii fi samii, worri ardii jala jiran maruu, maqaa Yesuusiitiif akka jilbiiffatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee worra ardi'ii fi samii, worri ardii jala jiran maruu, maqaa Yesuusiitiif akka jilbiinfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf maqaa Yesusiitiif ulfinna, sami'ii fi arddi'itti, arddi'ii gaditti'llee worri jiran marrinuu, jilbba isaaniitiin ni jilbbiiffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf worri ol-gubbaa jiru, worri lafa irra jiruu fi worri lafa jala jirulle martinuu, ulfinna maqaa Yesuusiitiif hin jilbiiffatan.