Philippians 2:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
sababille yaada isaa muummessiisaaf, fedha akka qabaattanu ka isin keessatti huju Waaqa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi hojja ch'ufa isani keesa hojachu jira, aka, aka fed'i isaa guuttani, isani feesise dandeesisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wanti akkanaatiif Waaqii yo cufaa akka isan fedhii isaa guuttanii fi akka isan feesisee dandeesisuu jidduu teesaniitti hojjachuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni ajajamummaa isiniif kenna'aa kaayyoo isaa gara muumme'eetiin gayu'uuf, isin keessatti ni hojjata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sababille yaada isaa muummessiisaaf, fedha akka qabaattanu ka isin keessatti huju Waaqa.