Philippians 2:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan mara gungumiisaa fi moromaa malee godha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa dubbifi gungumsu male tolcha,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka ijoollee Waaqaa dadansaa, wallaalaa fi cubbuu hin qamnee, ammoo ta dhaloota hamaa fi ka dabaa keessa teteetuu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaloota daba'aa fi hamaa wodhakka'atti mudaa malee gara laafeyyii ijoollee Rabbii akka taatan uduu hin gungumne, uduu hamaa hin yaanne maraa godhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhaloota daba'aa fi hamaa wodhakka'atti mudaa malee gara-laaffeeyyii ijoollee Rabbii akka taatan uduu hin gungumne, hamaa uduu hin yaanne maraa godhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hujima kamiinuu yoo hojjattanitti hin guunguminaa yookiin wol hin mormminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan mara gungumiisaa fi moromaa malee godha'a!