Philippians 2:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jecha jiru'uu jabeessitanee yoo qabattane, rukke'ee fi dadhabbiin tiyya gatii malee waan hin hanneef, guyyaa Kiristoos mura'aaf dhufu waan ittiin ifi jaju hin qabaadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'aamsa jireenna iti hima. Yo isani akasi tolchitani, anini Guyya Kristo, waan keesani dansa ka dubbad'u qaba; wonti akanatiifi aka gaargala kiyyafi hujiini tiyya bilaasha intahiini agarsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka gaargala kiyyaa fi hujiin tiyya bilaasha hin taanee, dubbii jireennaa jabeessaa itti himaa; yo isan akkas tolchitanii, anin guyyaa dhufiisa Kiristoos, waan keessan dansaa ka dubbadhu qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu duwwa'aaf akka hin dadhabneef ani duwwaa akka hin fiinne, guyyaa Kiristoos dhufu waan ittiin dhaadadhu naa ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu duwwa'aaf akka hin dadhabneef ani duwwaa akka hin fiinne, guyyaa Kiristoos dhufu waan ittiin dhaadadhu naa ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'u dubbii jireenni ittiin argamu uduu addaan hin kutin jabeessitanii qabachu'uun, bifa kanaan fiigichi kiyya ta'ee hujiin kiyya'llee tasa ta'ee waan hin hafinneef yeroo Kristos deebi'ee dhufutti, waan ittiin dhaadadhu ni qabaadha jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha jiru'uu jabeessitanee yoo qabattane, rukke'ee fi dadhabbiin tiyya gatii malee waan hin hanneef, guyyaa Kiristoos mura'aaf dhufu waan ittiin ifi jaju hin qabaadha.