Philippians 2:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ciinca'aa fi kennaa isin dhugeeffanna'aan Waaqaaf kennitanu irratti, dhiigi kiyyalle akka dhibaayyu'uu adoo dhibaaffamelle ani hin gammada, isinille gammada kiyya ana woliin hin qoodantan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mala kiyya, d'iiga kiyya aka sorio ta aadaani teesani maro d'ugefachatiifi Waaqaa baaftu akasuma jissani. Yo akasi taate, anini gammade duuba nu ch'ufti wolumaani qilit'amna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo dhiga kiyyaallee akkasuma aadaan teessan marroo dhugeeffachaatiif sooriyo Waaqaa baaftuu baasanii, anilleen gammadeettii isanii cufa waliin qiliixama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ciincaa amantii keessaniitiif tajaajila keessanitti eda'amee, uduu lubbuun tiyyallee baatee hin gammada. Isin woliinillee gammadeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ciincaa amantii keessaniitiif tajaajila keessanitti eda'amee, uduu lubbuun tiyyallee baatee hin gammada. Isin woliinillee gammadeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaaf amanti'iin kitimaan dhiyeessitanii fi tajaajila irratti, lubbuun tiyya'llee kitimaa dabalataa taatee yoma dhiyaatte'llee ni gammada, isin'llee qoodamtoota gammachuu kiyyaa ni taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciinca'aa fi kennaa isin dhugeeffanna'aan Waaqaaf kennitanu irratti, dhiigi kiyyalle akka dhibaayyu'uu adoo dhibaafamelle'ee ani hin gammada, isinille gammada kiyya na woliin hin qoodantan.