Philippians 2:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma isinille gammaddanee, gammada keessan ana woliin qoodamuu qaddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma isanileeni gammaddani, wolumaani qilit'amna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma isanilleen gammaddanii, na waliin qiliixamtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkasuma gammadaa'a. Na woliinillee gammadaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee akkasuma gammadaa'a. Na woliinillee gammadaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kanaan'llee isin gammaddanii ana'llee qoodamaa gammachuu keessan ana taasfittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma isinille gammaddanee, gammada keessan na woliin qoodamuu qaddan.