Philippians 2:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama nageya keessaniif gadha'aan isiniif yaadatu ani isa malee hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa ch'allati waan anini heregu herege waan keesani qorqorata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa callaatti waan anin herregu herregee waan keessan qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama waan jiruu keessanii qajeellumma'aan yaadee dhiphatu, ani isa malee nama biraa eennuunillee waan hin qabneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama waan jiruu keessanii qajeellumma'aan yaadee dhiphatu, ani isa malee nama biraa eennunillee waan hin qabneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee haala keessaniitiif onnee guutu'uun ka yaadu Ximotewosiin malee, nama bira'aa ani hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama nageya keessaniif gadha'aan isiniif yaadatu ani isa malee hin qabu.