Philippians 2:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ximootewoos ammoo nama addatam isaa mirkanaye akka te'e, ana wolille'een akka abba'aa fi ilmaa teenee, hujii Oduu Gammadaa hujaa akka turre isinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka inni guddo wo bahu imbeetani, ammalle aka anafi inni aka abbaafi ilma maro Odu Dansaatiifi woliini hojanne imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan akka Ximotewos guddoo wa tolchee inbeettan, ammallee akka naa fi innii marroo oduu dansaatiif akka abbaa fi ilmaa taanee waliin hojjannee inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ana woliin akka abba'aa fi ilmaa taanee, Dubbii Nagayaa na woliin akka tajaajilee fi akka qoramellee isinuu hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ana woliin akka abba'aa fi ilmaa taanee, Oduu Nagayaa na woliin akka tajaajilee fi akka qoramellee isinuu hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ximotewos amanamummaan isaa qormaatamee ragaan ka bayameef ta'uu isaatii fi anaan woliin'llee akka abba'aatii fi akka ilmaa titti, woliigallee wongeela barsiisu'uun woliin yoo hojjata'aa turuu keenna, isin mataan keessanuu ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ximootewoos ammoo nama addatam isaa mirkanaaye akka te'e, na wolille'een akka abba'aa fi ilmaa teenee, hujii Oduu Gammadaa hujaa akka turre isinuu hin beettan.