Philippians 2:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbiin tiyya maan akka teetu akkuma beekeen isa gara keessan akka ergu hin addadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka d'iotu isa gara keesani ergu la heregad'e, eegi waan anini ke jiru hubad'e;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma waan keessa jiru hubadheen, akka dhiyottuu isa gara keessan erguu yaa herrege,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu dubbiin tiyya maal akka ta'u hennaa beeke, dafee isa akka ergu abdii godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu dubbiin tiyya maal akka ta'u hennaa beeke, dafee isa akka ergu abdii godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf dhimmi kiyya maal irra akka gayu eega hubadheen duubatti Ximotewosiin dadafaan gara keessan akka isiniif ergu, abddii ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin tiyya maan akka teetu akkuma beekeen isa gara keessan akka ergu hin addadha.