Philippians 2:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Aninuu gara keessan dafee akka dhufu Gootta'atti addi qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anileeni waan d'iotu d'ufu ufi seha, yo Aabbooni jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo Aabboon jedhe, anuu dhiyottuu gara keessan dhufa ufi sehaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee ammo ariifadhee akka dhufu Gooftaa hedadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee ammoo ariifadhee akka dhufu Gooftaa hedadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa ani mataan kiyyaa dadafaan gara keessan dhufu'uuf akka dandda'u, Gooftaan ana gargaara jedhee ni amana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aninuu gara keessan dafee akka dhufu Gootta'atti addii qaba.