Philippians 2:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isin maraa dhaggiisaaf dharra'eera; akka inni dhukkuffateeru waan dhageettanelle'eef yaadeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guddo isani ch'ufa argu fed'a, ammalle aka inni fayya intahiini isani d'ageetani jennaani inni guddo lalefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan isan isaa fayya hin tahin dhageetanii jennaan, guddoo naataniifii innii guddoo laaleefatee isanii cufa arguu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isin maraa arguu waan yaadeeruuf akka dhibame waan dhageettaniirtaniif gaddeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni isin maraa arguu waan yaadeeruuf akka dhibame waan dhageettaniirtaniif gaddeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa gara keessan ka ergu'llee mara keessanuu argu'uuf yaaduu isaatii fi isaan'llee dhukkubsachuu isaa dhagayu'uun waan sarddameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isin maraa dhaggiisaaf dharra'eera; akka inni dhukkuffateeru waan dhageettanelle'eef yaadeera.