Philippians 2:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni dhugumaan akka malee dhukkuffatee du'a geyeeraayyu. Waaqi ammoo isaaf marareera; isa calla'aaf adoo hin te'in, akka ani gadda irratti gadda hin dabalanneef analle'eef marareera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guddo fayya d'abe, diquma induiini d'uguma ammo Waaqi isaa nahe, isa ch'allaaniti ammo nalee nahe, aka anini hagasi ira illaalefanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa inniilleen fayyaa dhabee diqumaa hin du'in, Waaqii ammoo guddoo isaa nahe; isa callaanitii nallee akka ani hagas irra hin laaleffanne naa nahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dhugamaan dhibamee du'uu gaye. Haa ta'uu ammo Rabbi hin fayyiseen. Gadda irratti gadda akka natti hin edaane, gaddi sunillee anaaf malee isa calla'aafii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni dhugamaan dhibamee du'uu gaye. Haata'uu ammoo Rabbi hin fayyiseen. Gadda irratti gadda akka natti hin edaane, gaddii sunillee anaaf malee isa calla'aafii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaanuu haalaan dhukkubsatee haga du'aa titti'llee dhiyaatee ture, garuu Waaqinni dhiifama isaa ni taasiseef, isa qofaaf uduu hin ta'in gaddi gadda irraan akka narratti hin dabalamnne, ana'llee dabalu'uun dhiifama naaf ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhugumaan akka malee dhukkuffatee du'a geyeeraayyu. Waaqi ammoo isaaf marareera; isa calla'aaf adoo hin te'in, akka ani gadda irratti gadda hin dabalanneef analle'eef marareera.