Philippians 2:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre maqaa Gootta'aatiin gammada guutu'uun isa fudhadha'a; nama akka isaa jiru mara ulfeessa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka oboleesa Aabbo keesa isa fud'ad'a. Nama akana kana ch'ufa ulfeesa;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maqaa Aabbootiin gammachuun guddoon isa dhi'eessaa, nama akkanaa kana cufaa ulfeessaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu maqaa Goofta'aatiin gammachuu guutu'uun simadhaa'a; worra akka isaallee kabajjaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu maqaa Goofta'aatiin gammachuu guutu'uun simadhaa'a; worra akka isaalle'e kabajjaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Egaa nama Gooftatti amane akka ta'uu isaatiin gammachu'uun ufitti fudhadha'aanii, namoota akka isaa jiran maraa isaan kabajaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre maqaa Gootta'aatiin gammada guutu'uun isa fudhadha'a; nama akka isaa jiru mara ulfeessa'a.