Philippians 2:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami martinuu bu'aa worra dhibi'iille ilaaluuti malee, bu'aa ifii callaa hin ilaalin!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nami d'ibiini fed'u barbaada, waan keesani ch'alla imbarbaadiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan fedhii teessanii callaa hin barbaadinaa, waan fedhii nama dhibiillee barbaadaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin; waan hiriyyaa isaatii ta'u malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin, waan hiriyyaa isaatii ta'u malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana tokkoon tokkoonuu faayiddaa mataa ufii qofa uduu hin ta'in, faayiddaa nama bira'aa'llee haa yaadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami martinuu bu'aa worra dhibi'iille ilaaluutii malee, bu'aa ifii callaa hin ilaalin!