Philippians 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni yennaa maraa adaba waaqqumma'aa adoo qabuu, ulfinna waaqumma'aa, ka Waaqa woliin isa qixxeessu lakkisiis akka hin malleetitti hin laakkonne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni haguma jiru jireenna Waaqa, ammo aka irreeni haga Waaqaatiini ufi gahu inherenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii haguma jiruu jireennaa Waaqa, ammoo akka irreen haga Waaqaatiin ufi ga'uu hin herrenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni uduu amala Rabbiitiin jiraata'aa jiru, Ulfinna Rabbumma'aa ka Rabbiin woliin isa qixxeessu akka waan gadi dhiisu'uutitti hin laakkofne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni adaba Rabbiitiin jiraata'aa uduu jiru, Ulfinna Rabbummaa Rabbii woliin isa qixxeessu akka waan gadi dhiisu'uutitti hin laakkofne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni yeroo maraa amala Waaqumma'aa ni qaba, haa ta'u malee Waaqaan woliin waan qixa isa taasisu, amala huminna Waaqa jiraata'aa, akka qabatetti hin lakkoofnneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa maraa adaba waaqumma'aa adoo qabuu, ulfinna waaqumma'aa, ka Waaqa woliin isa qixxeessu lakkisiis akka hin malleetitti hin laakkonne.