Philippians 2:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo ulfinna ifii lakkisee akka garbaa te'ee mudhate; akka namaa te'ee dhalate; nama fakkaatee mudhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fed'i ufitiini waan ch'ufa lakise tisse ufi tolche. Aka nama ufi tolche, fakeenna namatiini mullate;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo fedhii ufiitiin waan cufaa lakkisee tissee ufi tolche. Akka namaa ufi tolchee, fakkeenna namaatiin mullate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa kabaja qabu maraa dhiisee akka garbichaa ta'ee ni muldhate, akka namaa titti'llee ni dhalate, Fakkeenna namaatiin'llee ni muldhate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo ulfinna ifii lakkisee akka garbaa te'ee mudhate; akka namaa te'ee dhalate; nama fakkaatee mudhate.