Philippians 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Waaqi isa guddisee ol aansee, maqaa maqaa mara caalulle kenneef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Waaqi fulla fulla ch'ufa ira guddo, ta gubba isa geese. Maqa maqa ch'ufa ira jiru isaa kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif Waaqii fulaa fulaa cufa irra guddoo, ta gubbaa isa geessee, maqaa maqaa cufa irra jiru isaa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa kanaaf Rabbi hagaa ol, ol ol isa aanse; maqaa maqaa maraa caalu kenneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa kanaaf Rabbi hagaa ol, ol ol isa aanse; maqaa maqaa maraa caalu kenneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaan Waaqinni gara bakka waan maraa ol jiruu, bakka ulfinnaa ol isa ni qabeen, maqaa maqaa mara caalu'llee ni kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Waaqi isa guddisee ol aansee, maqaa maqaa mara caalulle kenneef.