Philippians 3:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Kiristoosii fi hunna du'aa ka'a isaa beekuu, rakkinna isaa qoodamu'uu fi du'alle'een isa fakkaatuu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Kristo beekhe jabeenna kaisa isaa ch'alla argachu fed'a; gaargala isaa argad'e duisa isaa keesa aka isaa tahu fed'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Kiristoo beekee jabeenna ka'iisa isaa callaa argachuu fedha; gaargala isaa argadhee du'a isaa keessatti akka isaa ta'uu fedha,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaa fi hunna du'aa ka'iinsa isaa akka beeku, rakkoo isaallee akka qoodamuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaa fi hunna du'aa ka'iinsa isaa akka beeku, rakkoo isaallee akka qoodamuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaan bira'aa Kristosii fi huminna du'aa kaiinssa Kristosii beeku'uuf, qoodamtoota rakkinna isaa ta'uu fi du'aan'llee isa fakkaachu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Kiristoosii fi hunna du'aa ka'a isaa beekuu, rakkinna isaa qoodamu'uu fi du'alle'een isa fakkaatuu barbaada.