Philippians 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Du'aa ka'ee akka jiraadhu hin addadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka yo sila naa taate, nale duisa keesaa jireennati kaasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka yo silaa naa taatee, nallee du'a keessaa jireennatti kaasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara worra du'aa ka'anii gayu'uuf uduu naa ta'ee, du'aanillee isa fakkaachuu hawwa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara worra du'aa ka'anii gayu'uuf uduu naa ta'ee, du'aanillee isa fakkaachuu hawwa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana eega du'een duubatti ka'ee bara baraaf lubbu'uun jiraachu'uuf, abddii taasisuu kiyyaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Du'aa ka'ee akka jiraadhu hin addadha.