Philippians 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaasa kiyya dhaggatiisaafille gara yaada na dura jiruu rukkisa; badhaasi kunille jiruu Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin gara ol-gubba'aa na waamee naaf kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini inutaala, aka nama ch'ufa qolche wo argad'u: wonti suni yaamicha Waaqa, Kristo Yeso keesa, gara jireenna gubba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin akka nama cufaa qolchee waan sun argadhu inutaala. Wanti sun yaamicha Waaqaa, ka karaa Yesuus Kiristootiin, gara gubbaa ol na yaaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gatii Rabbi karaa Kiristoos Yesuusiitiin ol na waame san argatu'uuf, gara galma sanii ariifadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gatii Rabbi karaa Kiristoos Yesuusiitiin ol na waame san argatu'uuf, gara galma sanii ariifadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa kiyya'llee argachu'uuf gara bakka gayuu qabu ka durana kiyyaan jiruu ni fiiga, kennaan kun'llee Waaqinni karaa Yesus Kristositiin gara olii waamee, jireenna naaf kennu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaasa kiyya dhaggatiisaafille gara yaada na dura jiruu rukkisa; badhaasi kunille jiruu Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin gara ol-gubba'aa na waamee naaf kennu.