Philippians 3:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona nuti worri jiruu ayyaanaatiin bilchaanne maraa yaada tokko qabaatuu qanna; waan tokko tokko irratti yaada adda addaa yoo qabaattanelle, Waaqi sanille isiniif hin mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuuni nami gugurdaani ch'ufti sila herega kana qabaachu malle. Ammo yo isani hagi gari herega d'ibi qabaattani, Waaqi isani agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nuu namii gugurdaan cuftii herrega kana silaa qabaachuu malle. Ammoo yo isan namii garii herrega garagaraa qabaattanillee, Waaqii isanii mullisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu nu worri guutuu taane martinuu, kana haa yaannuu; waan tokko keessatti yaada addaa yoo qabaattan Rabbi akkasuma waan akkasii isinii ibsa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu nu worri guutuu taane martinuu, kana haa yaannuu; waan tokko keessatti yaada addaa yoo qabaattan; Rabbi akkasuma waan akkasii isinii ibsa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nu'u worri jireenna Hafuuraatiin jabaanne marrinuu yaada kana fakkaate kana qabaachuu ni qabnna, Yaanni ittiin gargar baatan jidduu keessan yoo jiraate, yaada kana'llee Waaqinni ifa isiniif ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona nuuti worri jiruu ayyaanaatiin bilchaanne maraa yaada tokko qabaatuu qanna; waan tokko tokko irratti yaada adda addaa yoo qabaattanelle, Waaqi sanille isiniif hin mudhisa.