Philippians 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee waanuma duraan baranne callaa jabeessinee qabannuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma taatefu, d'uga nu qara arganne gula nu yaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma taateefuu, dhugaa nu qaraa arganne gula nu yaasaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta'ullee woma duraan baranne callaa jabeessinee haa qabannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta'ullee woma duraan baranne callaa jabeessinee haa qabannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kan ta'ee san haga ammaa titti jireenna hafuuraa ka irra geenneen woliin wol ka madaalu haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee waanuma duraan baranne callaa jabeessinee qabannuu ti.