Philippians 3:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Fakkeenna kiyya hordofiisatti hirmaadha'a! Worra fakkeenna keenna hordofulle hubadha'aa ilaala'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqa, na fakaad'a, oboleyaani isaniini ch'ufti. Nu ya kara d'uga isani agarsiimne; worra gula yau ilaala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, isaniin cuftii Waldhaqaa, na fakkaadhaa. Nu karaa dhugaa ya isan garsiimnee; warra gula yaa'u laalaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Worra na fakkaattan ta'aa'a. Akkuma nullee fakkeenna isinii taanu, akkasumma worra fakkeenna keennaan jiraatu laalaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Worra na fakkaattan ta'aa'a. Akkuma nullee fakkeenna isinii taanu, akkasumma worra fakkeenna keennaan deddeebi'u laalaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan kiyya! Worra fakkeennummaa kenna horddofan maraa, hubadha'aatii laalaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Fakkeenna kiyya hordofiisatti hirmaadha'a! Worra fakkeenna keenna hordofulle hubadha'aa ilaala'a!