Philippians 3:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan dura akkuma yennaa hedduu isinitti hime, ammalle imimmaaniin isintitti hima; worri hedduun fannoo Kiristoosiitiif diina te'aneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana maro heddu isaniti hime, ammalle imimaaniini iti deebie hima: nama hedduti jira, ka jireenni worraa nyaapa Kristo maskali gubbati due tolchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan kana marroo hedduu isaniitti hime, ammallee irra deebi'eetti boo'ee imimmaaniin isanti hima: nama hedduutti jira, ka yaada fannifamuu Kiristoo irraatti nyaapha ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hedduun isaanii fannoo Kiristoosiitiif diina ta'anii waan jiraataniif, waan isaanii akkana isiniin jedhee ammumaa booya'aa isinitti hima.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hedduun isaanii fannoo Kiristoosiitiif diina ta'anii waan jiraataniif, waan isaanii akkana isiniin jedhee, ammumaa booya'aa isinitti hima.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ammaan durana yeroo baayi'ee akka isinitti himee fi amma'llee imimmaan kiyya jissa'aa akkuma isinitti himu mara baayi'eewwan adeemissa isaaniitiin, diinota fannoo Kristosii ta'anii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan dura akkuma yennaa hedduu isinitti hime, ammalle imimmaaniin isinitti hima; worri hedduun fannoo Kiristoosiitiif diina te'aneeran.