Philippians 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muummeen isaanii badi'i; gadhaan isaanii waaqa isaanii ti; salphinni isaaniif ulfinna; waan lafaa qofa yaadatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegeeni worra badi, Waaqi worra d'araa garaa worraati, fulla sila ch'eeru malani ufi saadani, waan lafa tana ch'alla heregani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegeen warraa badii, garaan warraa Waaqaa isaaniiti, fulaa silaa ceeruu malani ufi guddisanii waan lafa tanaa callaa herregan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaati; dhumti isaanii badi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhumti isaanii badi'i. Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shiingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaaniif Waaqinni isaanii garaa isaaniiti, wonitti saalfachiisaa ta'e isaaniif ulfinna isaaniiti, yaadinni isaanii'llee ka xiyyeeffatu waan arddiilessa irratti, kanaaf muummeen isaanii badi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muummeen isaanii badi'i; gadhaan isaanii waaqa isaanii ti; salphinni isaaniif ulfinna; waan lafaa qofa yaadatan.