Philippians 3:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo nama biyya ol-gubba'aa ti; nuuti Goottaa keenna Yesuus Kiristoos, Fayyisaa achii dhufu dharra'aan eegganna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri keenna gubba; Qarqaarsa keenna Aabbo Yeso Kristo ka gubba gadi d'ufu eegachu jirra.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii keenna ammoo gara gubbaati. Fayyisaa keenna Aabboo Yesus Kiristoo ka gubbaa gad dhufu eegachuutti jirra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu biyyi teenna samii waan ta'eef, achiillee ammo qorichi deebi'ee dhufa jennee eeggannu Gooftaa Yesuus Kiristoos.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu biyyi teenna samii waan ta'eef, achiillee ammoo qorichi deebi'ee dhufa jennee eeggannu Gooftaa Yesuus Kiristoos.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u garuu lammiiwwan mootummaa sami'iiti, achii'llee ka dhufu Fayyisaa Gooftaa keenna Yesus Kristosiin, hawwi'iin ni eeggannaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo nama biyya ol-gubba'aa ti; nuuti Goottaa keenna Yesuus Kiristoos, Fayyisaa achii dhufu dharra'aan eeganna.