Philippians 3:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni hunna ittiin waan mara baallii ifii jala godhuun, nafi keenna salphataan kun, nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nafa keenna lalaafa garagalche, aka nafa isaasaa ka guddinna, tolcha, irre inni waan ch'ufa harka ufi jalati deefatuuni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii irree waan cufaa harka ufi jalatti deeffatuun, nafa keenna xuraawaa jijjiiree, akka nafa ufii ka guddinna qabuu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni qaama keenna ka salphate kana jijjiiru'uun qaama isaa ka ulfinnaa akka fakkaatu ni taasisa, kana'llee ka raawwatu, aangoo isaa jala taasisu'uuf huminna isa danddeesisuun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hunna ittiin waan mara baallii ifii jala godhuun, nafi keenna salphataan kun, nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.