Philippians 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo waan ifi jajiisi barbaachisaa te'e, ani waan heddu'uun ifi jajiisaaf hin dande'a; nami sirna fooniitiin ifi jaju yoo jiraate, ani isa caalaa waan ittiin ifi jaju qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo fed'e anini sila dandae waan akana d'ugefad'a. Yo nami tokoleeni aada namaa ta nafa d'ugefate, ka nara d'ugefatu injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
An yo danda'ee silaa waan kana indhugeeffadha; namii tokkolleen yo aadaa namaa ta nafaa dhugeeffatee, ka narra dhugeeffatu hin jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennuunillee yoo ta'e, ka fooniin hedatu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennunillee yoo ta'e, ka fooniin amanatuu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhaadachuun ka barbaachisu yoo ta'e ani waan baayi'een dhaadachu'uuf ni dandda'a, seera duubanaan muldhatuun naminni dhaadatu yoo jiraate, ani isa caala'aatti ka ittiin dhaadadhu waan baayi'ee ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo waan ifi jajiis barbaachisaa te'e, ani waan heddu'uun ifi jajiisaaf hin dande'a; nami sirna fooniitiin ifi jaju yoo jiraate, ani isa caalaa waan ittiin ifi jaju qaba.