Philippians 3:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo Kiristoosiif jedhee, waan bu'aa anaaf qabu maraa akka waan bu'aa hin qanneetitti laakkoweera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan duri ira jirti heregad'e ch'ufa amma woma keesa na injirtu, maro Kristotiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo amma marroo Kiristootiif wanii durii irra jirtii herregadhe cuftii homaa keessa naa hin jirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan bu'aa naaf qabaa maraa Kiristoosiif jedhee akka waan bu'aa hin qabneetitti laakkayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waan bu'aa naaf qabaa maraa Kiristoosiif jedhee, akka waan bu'aa hin qabneetitti laakkayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa asiin durana fayyadoota jedhee wonittoota itti amana ture maraa waayee Kristositiif jedhee, akka waan tasa gatii hin qabnnee taasisee isaan ni laakkaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo Kiristoosiif jedhee, waan bu'aa naaf qabu maraa akka waan bu'aa hin qanneetitti laakkoweera.