Philippians 3:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kana calla'aa moti; Goottaa kiyya Yesuus Kiristoos beekuun, waan mara waan caaluuf, ani waan maraa akka waan bu'aa hin qanneetitti hin laakkowa; Kiristoos bu'aa kiyya godhatiisaaf kun maraa anaaf waan bu'aa hin qanne te'eera; akka kosi'iille laakkoweera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'allaaniti; maro lubbu Aabbo kiyya Yeso Kristo ta waan ch'ufa ira guddotiifi: maro isiitifi anini ya waan ch'ufa lakise. Waan ch'ufa anini aka huura herega aka akasiini Yeso argad'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana callaanitii; marroo dhugeeffachaa Aabboo kiyya Yesus Kiristoo ta waan cufa irra guddootiifii jedhee ani waan cufaa yaa lakkise. Anin waan cufaa akka huuraa herrega, akka akkasiin Yesus argadhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa kiyya Yesuus Kiristoosiin beekuun waa mara waan caaluuf ani waa maraa akka waan bu'aa hin qabneetitti laakkayee, isaaf jedhee waa maraan miidhame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaa kiyya Yesuus Kiristoosiin beekuun waa mara waan caaluuf ani waa maraa akka waan bu'aa hin qabneetitti laakkayee isaaf jedhee, waa maraan miidhame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana malee'llee Gooftaa kiyya Yesus Kristosiin beeku'uun alatti womaayyuu akka waan hin jirree titti waan amanuuf, waan maraa akka kasaara'aa titti ni lakkaaya, waayee isaatiif'llee waan maraa dhabee jira. Kristosiin argachu'uuf jecha waan maraa akka balffaa manaa haramee titti ni lakkaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana calla'aa moti; Goottaa kiyya Yesuus Kiristoos beekuun, waan mara waan caaluuf, ani waan maraa akka waan bu'aa hin qanneetitti hin laakkowa; Kiristoos bu'aa kiyya godhatiisaaf kun maraa naaf waan bu'aa hin qanne te'eera; akka kosi'iille laakkoweera.