Philippians 4:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kana jechuun kiyya ani gatameera jechu'uu moti; ani, “Ka qabuu na geya” jechuu baradheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ya na deetani injed'u; wonti akanatiifi anini aka waan qabu quufu ya barad'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ya na deetan hin jedhu; wanti akkanaatiif anin akka waan qabu quufuu yaa baradhe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana yoo jedhu waan hanqinnaa jechuu kiyyaa miti. «Wonti qabu na gaya» jechuu waan baradheeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana yoo jedhu waan hanqinnaa jechuu kiyyaa miti. «Wonti qabu na gaya» jechuu waan baradheeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Irra deebi'ee'llee kana ka jedhu waan jireenna kiyyaaf ana barbaachisu dhabuu kiyyaanii miti, ani ammoo, «Wonittumaan qabuu ana gaya» jechuu baradhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana jechuun kiyya ani gatameera jechu'uu moti; ani, «Ka qabuu na geya» jechuu baradheera.