Philippians 4:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan diqqo'oo fi haga barbaachisuun caalaalle horatiis maan akka te'e beeka; maarre ani dhossaa haala maraa fi addee maratti quufaa fi beelaan, haga naa barbaachisuun gadii fi haga naa barbaachisuun ol qabaatiisalle baradheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'ipufi ballinna anini imbeekha. Waan kana ya barad'e, tanaafi hojja ch'ufa quufa qaba, ato beela qabaad'e, waan diqo guddo qabaad'ele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dhiphuu fi ballinnallee inbeekaa. Tanaaf adoo beelaa-dheebuu, waan diqqoo-guddoo qabaadheellee yo cufaa quufa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Salphinnallee hin beeka; baay'achuullee hin beeka; waan kamiifillee hennaa kamillee waan maraanuu guddisee beelayu'uu fi quufu'uun, qabaachu'uu fi dhabuullee baradheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Salphinnallee hin beeka. Baayi'achuullee hin beeka; waan kamiifillee hennaa kamillee waan maraanuu guddisee beelayu'uu fi quufu'uun, qabaachu'uu fi dhabuullee baradheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf argachuu'llee ta'ee dhabuu'llee ni beeka, bakka kamittuu taa'ee yeroo kamitti'llee waayee quufu'uutii fi beelayu'uu, dhossaa argachu'uu fi dhabu'uu'llee baradhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan diqqo'oo fi haga barbaachisuun caalaalle horatiis maan akka te'e beeka; maarre ani dhossaa haala maraa fi addee maratti quufaa fi beelaan, haga naa barbaachisuun gadii fi haga naa barbaachisuun ol qabaatiisalle baradheera.