Philippians 4:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hunna Kiristoos anaaf kennuun waan mara godhiisaaf hin dande'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini irre waan ch'ufaani dabsad'u qaba, jabeenna Kristoni naa kenneeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin jabeenna Kiristoni naa kenneenii irree waan cufaan dabsadhu inqaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Huminna ka naa kennu Kristosiin waan maraa raawwachu'uuf, ni dandda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunna Kiristoos naaf kennuun waan mara godhiisaaf hin dande'a.