Philippians 4:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee rakkinna kiyya waan qoodantaneef, dansaa gootaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani waan dansa tolchitani, ka gaargala kiyya keesati na qarqaartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isanii ammoo ka gaargala kiyya keessatti na qarqaartanii, waan dansaa tolchitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta'ullee hennaa rakkoo kiyyaa na woliin waan qoodamtaniif mishaa gootaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta'ullee hennaa rakkoo kiyyaa na woliin waan qoodamtaniif mishaa gootaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee isin qoodamtoota rakkinna kiyyaa taatanii arigamuu keessaniif, mishaa ni raawwattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee rakkinna kiyya waan qoodantaneef, dansaa gootaneertan.