Philippians 4:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kenniisaan ittuma eebba akka dhaggattanuuf malee, kennaa teessan dhaggatiisaaf barbaadeetii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qarqaarsa ch'alla argachu imfed'u; ammo aka isanileeni keesaa wo argattani fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin qarqaarsa callaa argachuu hin fedhuu; ammoo akka isanilleen keessaa wa argattan fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akka eebbi baay'atee isinii kuufamuuf malee ani kennaa keessan barbaadeetii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee akka eebbi baayi'atee isinii kuufamuuf malee, ani kennaa keessan barbaadeetii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee yoo jedhu kennaa keessan argachu'uuf dhormmu'uun uduu hin ta'in, firiin arjjooma keessan akka isinii baayi'atuuf, hawwu'uun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kenniisaan ittuma eebba akka dhaggattanuuf malee, kennaa teessan dhaggatiisaaf barbaadeetii moti.