Philippians 4:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi kiyyalle durummaa ulfinna ifiitiin, karaa Yesuus Kiristoosiitiin, waan isiniif barbaachisu maraa isiniif hin mijeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi kiyya, durooma Kristo Yeso keesa jiru ch'ufaani waan isani feetani ch'ufa isani kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii kiyya, waan isan feetan cufa durooma Kiristoo Yesus keessa jirtu cufaan isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi kiyyallee akkuma durummaa ulfinna Kiristoosiitiin waan isin barbaachisu maraa isinii guuta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waandhi kiyyallee akkuma durummaa ulfinna Kiristoosiitiin waan isin barbaachisu maraa isinii guuta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni kiyya ulfinnaa fi durummaa isaa karaa Yesus Kristositiin, waan isin barbaachisu maraa isiniif ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi kiyyalle durummaa ulfinna ifiitiin, karaa Yesuus Kiristoosiitiin, waan isiniif barbaachisu maraa isiniif hin mijeessa.