Philippians 4:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa Abbaa keennaaf ulfinni bara baraa haga bara baraa te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Waaqa Abba keenna guddinni ammafi hegerile ha jiraatu. Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddinni Waaqaa Abbaa keennaatii ammaa fi hegerillee ha jiraatuu! Ee'e jenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa keennaa fi Abbaa keennaallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waaqa keennaa fi Abbaa keennaallee baraa haga baraa ulfinni haata'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa keennaa fi Abbaa keennaaf, baraa haga baraa titti, ulfinni haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa Abbaa keennaaf ulfinni bara baraa haga bara baraa te'u! Ameen.