Philippians 4:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaa Waaqaa mara, keessattuu worri mana mootii worra Rooma'aa keessa jiru nageya isiniif dhaama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini Waaqa ch'ufti nagaya d'aamti, keesuma worri mana hayyu gudda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Waaqaa cuftii keessumaatti warrii mana hayyuu guddoo nagaya isanii dhaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoonni maruu, keessattuu ka gara worra mana mootii worra Rooma'aa ta'an, nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyoonni maruu, keessattuu ka gara worra mana mootii worra Rooma'aa ta'an, nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanttoonni kuunniin marri'llee keessummaanuu, maatiiwwan worra nugusa Roomaa ka ta'an, nagaya isinii ni dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Waaqaa mara, keessattuu worri mana mootii worra Rooma'aa keessa jiru nageya isiniif dhaama.