Philippians 4:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre daadimataan, kadha'aa fi galataan waan mara Waaqatti beessisa'a malee waan tokkolle'eef hin yaadina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan tokole inqulqulliina, ammo kad'acha teesani ch'ufa keesati waan feetani ch'ufa Waaqa kad'ad'a guyya ch'ufa galata Waaqaa deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan tokkollee hin qorinaa, ammoo kadhachaa teessan keessatti waan feetan cufaa Waaqaa kadhadhaa, guyyaa cufaa galata Waaqaa deebisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa maraanuu Rabbiin kadhatu'uu fi waan kaawwaniitiifillee galata woliin, Rabbiin biratti kadhata keessan beessifadhaa'a malee, waan tokkoofillee hin dhiphatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waa maraanuu Rabbiin kadhatu'uu fi waan kaawwaniitiifillee galata woliin, Rabbiin biratti kadhata keessan beessifadhaa'a malee, waan tokkoofillee hin dhiphatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf waayee waan maraatiifuu kadhanna'aan, kadhachu'uu fi galataan Waaqaaf dhiyeessaa malee, waayee woma kamiitiifuu hin sarddaminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre daadimataan, gaaffi'ii fi galataan waan mara Waaqatti beessisa'a malee waan tokkolle'eef hin yaadina'a.