Philippians 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nageenni Waaqaa ka hubantii namaa mara caalu, karaa Yesuus Kiristoosiitiin gadha'aa fi qalbii teessan hin eega.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nageenni Waaqaa, ka nami hubachu indandeenne, garaa keesaniifi qalbi teesani inqorqorata, Kristo Yeso keesati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nageenni Waaqaa, ka namii hubachuu hin dandeenne, karaa Kiristoo Yesus keessatti, garaa keessanii fi qalbii teessan inqorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nageenni Rabbii ka hubannaa sammuu nama maraatii ol ta'e, yaadaa fi onnee keessan karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin eega.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nageenni Rabbii ka hubannaa sammuu nama maraatii ol ta'e, yaadaa fi onnee keessan Karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin eega.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hubannaa namaatii ol ka ta'e nageenni Waaqaa onnee teessanii fi sammuu keessan, Yesus Kristosiin ni eegaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nageenni Waaqaa ka hubantii namaa mara caalu, karaa Yesuus Kiristoosiitiin gadha'aa fi qalbii teessan hin eega.