Philippians 4:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan ana irraa barattane, waan ana irraa fudhattane, waan ana irraa dhageettanee fi waan ani hujuun dhaggitane maraa isinille tolcha'a! Waaqi abbaan nageyaa isin woliin hin jiraata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan dubbi tiyyaafi huji tiyyale keesa, nara argattani nara barattani guuta. Duuba Waaqi nagaya nuu kennu isani woliini taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan narraa agartanii barattan kaa dubbii tiyyaatii fi ta hujii tiyyaallee cufaa guutaa! Duuba Waaqii ka nagaya nuu kennuu isan waliin taa'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan na irraa barattanii fi waan na irraa fudhattan waan dhageettanii fi waan argitan kanniin maraa raawwadhaa'a. Waandhi nagayaa isin woliin ta'aa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan narraa barattanii fi waan narraa fudhattan waan dhageettanii fi argitan kanniin maraa raawwadhaa'a. Waandhi nagayaa isin woliin ta'aa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka ana irraa barattanii fi ka fudhattan, ka dhageettanii fi ka argitan maraa raawwadhaa, Waaqinni nagayaa isin woliin ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan na irraa barattane, waan na irraa fudhattane, waan na irraa dhageettanee fi waan ani hujuun dhaggitane maraa isinille tolcha'a! Waaqi abbaan nageyaa isin woliin hin jiraata.