Proverbs 1:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri nami d'ufe dubbi akana tanafa siini jed'a: Kooti, nama ijeemnu barbaanna! Nama woma iyyakini fayyuma tana haana!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan «Nu woliin koottu, dhandhee riphnee dhiiga namaa dhangalaafnaa nama balleessaa hin qabne sababaa tokko malee miidhu'uuf kara'atti eennaa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yoo, «Nu woliin koy; dhiiga namaa dhangalaasiisaaf dhokannee gaadanna; nama yakkaa hin qanne, sababa malee miidhiisaaf kara'atti eeganna!