Proverbs 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini yo nu garre nagayafi fayya qaba ammo yo nu huji worra hobaamne, reefuma boolati guurani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka awwaalli worra du'an nyaatutti nullee uduu isaan lubbu'uun jiran isaan liqimsinaa! akka namoota du'anii boollatti galanii isaan haa goonuu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka addee worri du'e jiru, akka worra gara boolla awwaalaa gad bu'uu, adoo isaan jiru'uu fi fayya'aan jiranuu, kowaa isaan liqinsinaa ti!