Proverbs 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan worra heddu saamne, mana, keennatini galanna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mi'aa ta'e maraa hin argannaa, manniin keenna waan saamneen guunnaa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti meya gatii guddo'oo ka gosa adda addaa hin dhagganna; mana keennalle waan saamanneen hin guutanna!