Proverbs 1:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mammaasi kunini qaroomafi gorsa dansa namaa kenna, ka hubacha guddole namaa daru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mammaakkan kunniin ogumma'aa fi gorsa hubachu'uu fi jechoota yaada gad fago'oo hubachu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun namooti qarumma'aa fi qajeelfama dansaa akka fudhatanu, jechoota beekkumsa ifi keessaa qabanu, akka hubatanu,