Proverbs 1:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gorsa kiyya ch'aqasa; anini dubbi dansaani isani gorse beekha kiyyale isanii qooda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu xixa kiyya dhageettanii, silaa ani garaa isinii laafee yaada kiyyallee isinitti beessisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin xixicha kiyya yoo dhageettane, ani silaa waan gadhaa kiyya keessa jiru, yaada kiyya akka beettanu hin godhaayyu.