Proverbs 1:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja badiini sunini aka bubbe isani fuute aka hobombolati isani d'oofte, isani laalefatani d'ukubsatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa balaan akka dambali'ii isin raasu, hennaa rakkinni akka haboonbolatti'iititti isin haxaayu hennaa rakkinninii fi leelaluun isin irra gara galu isinitti balda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa wonni hantuun, akka bubbee bokkeyaa isinitti dhuttu, yennaa balaan akka hobonbolatti'ii isin haxowu, yennaa dhippinnii fi rakkinni isin irra garagalu, ani isinitti murga.