Proverbs 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mammaasi kunini adaba dansa namaa kenne nama d'ugaa qajeela, ka nama gargari infille, nama tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
balchummaa, haqaa fi murtii madaalli'ii raawwachu'uuf, qalbii ogumma'aan leenjite argachu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
balchumma'aa fi haqaan, waan dhugaa te'e godhiisaan, amala qarumma'aatiin qajeelfama akka fudhatanu,