Proverbs 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini nama d'ugaa madda jireennati, ammo nami hamaani dubbi afaani isaa keesaa baatuni hameenna garaa ufi d'ofata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arrabni balcha'aa burqaa jireennaati; balaan garuu afaan hammeeyyi'ii cufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan nama balcha'aa madda jiru'uu ti; worri hunnaan nama irratti ka'u ammoo dubbii dansa'aan hunnaan nama irratti ka'iisa ifii gollatan.